Tiktok irraa qarshii akka argamu beektuu moo akkasumaan itti dhamaa’aa ooltu laata ?
Dhaabbanii tiktok dhaabbata eerga banamee yeroon isaa dhi’oo ta’eefii ammuma banamee kanatti beekamtii guddaa horateedha.
dhaabbanni tiktok labsii dhi’eenya kana baasenimmoo akka kaffaltii eegalu himee ture kanumarraa ka’uun akkaataa ittiin maallaqa tiktok irraa itti argatan baruu nii barbaadduu ?
Tiktok irraa maallaqa argachuuf hordoftoota 10,000 ol qabaachuun dirqama taa’a eerga ulaagaa kana guutteen booda salphumatti akka qarshiin siniif kaffalamu gochuuf nii dandeessu jechuudha keessattuu maallaqa achirraa argamu kan YouTube kanfalu irra daran jabaafii guddaa waan ta’eef jireenna keenna boruufillee fooyyee uumuu kan maludha.
application kanatti gargaaramuun maallaqa argachuuf eerga ulaagaa barbaachisu guutanii booda live seenudhaan akka namoonni Gift isiniif laatu gochuun kan maallaqa isiniif lakkaa’udha.
Kana malees hordoftoota heedduu qabda taanan dhaabbataalee Adda addaa dhaabbata dhuunfaas tahee kan waloo kamiyyuu beeksisuun qarshii guddaa argatuun ni dandaa’ama akkasumas ammuma beekamaa deemtu YouTube fi website fayyadamuun fayyadamaa taata jechuudha.
kanaaf app kana buufadhaa itti gargaaramaan dhaamsa kooti.
Videos, Music & Live Streams
TikTok is THE destination for mobile videos. On TikTok, short-form videos are exciting, spontaneous, and genuine. Whether you’re a sports fanatic, a pet enthusiast, or just looking for a laugh, there’s something for everyone on TikTok. All you have to do is watch, engage with what you like, skip what you don’t, and you’ll find an endless stream of short videos that feel personalized just for you. From your morning coffee to your afternoon errands, TikTok has the videos that are guaranteed to make your day.
We make it easy for you to discover and create your own original videos by providing easy-to-use tools to view and capture your daily moments. Take your videos to the next level with special effects, filters, music, and more.
■ Watch endless amount of videos customized specifically for you
A personalized video feed based on what you watch, like, and share. TikTok offers you real, interesting, and fun videos that will make your day.
■ Explore videos, just one scroll away
Watch all types of videos, from Comedy, Gaming, DIY, Food, Sports, Memes, and Pets, to Oddly Satisfying, ASMR, and everything in between.
■ Pause recording multiple times in one video
Pause and resume your video with just a tap. Shoot as many times as you need.
■ Be entertained and inspired by a global community of creators
Millions of creators are on TikTok showcasing their incredible skills and everyday life. Let yourself be inspired.
■ Add your favorite music or sound to your videos for free
Easily edit your videos with millions of free music clips and sounds. We curate music and sound playlists for you with the hottest tracks in every genre, including Hip Hop, Edm, Pop, Rock, Rap, and Country, and the most viral original sounds.
■ Express yourself with creative effects
Unlock tons of filters, effects, and AR objects to take your videos to the next level.
■ Edit your own videos
Our integrated editing tools allow you to easily trim, cut, merge and duplicate video clips without leaving the app.

I am doing always, but I couldn’t get any reward.
If you encourage me more I will be your best friend.
I was doing much more on YouTube but no positive reward is given me.
I am very want
Kuma 10000 malee Kuma 4000 miti
Ani baayyeen barbaadaam
Darartuu
Tiktok