Caalaa Bultumee Dhiifama jedhe !

Artist Caalaa Bultumee uummata oromoo uummata ballaa dhiifama gaafateera. artist caalan artistii qabsoo warraaqsa oromoo baroota dhiibbaan gurguddaan angaa’ota wayyaaneen Saba keenyarra gaa’aa turetti sodaa tokko malee lubbuu isaa Qaalii Saba isaa sabicha guddaa akka galaanaa lakkaa’amee hin dhumne kanaaf nama laatee sirboota warraaqsa sirbaa nama turedha.

artist kun keessattuu baroota dhiibbaa lafaa wayyaanen Saba oromoo irraan gaa’aa turtetti “Master plan” akka dhaabbatuuf sirba warraaqsaa “Dadammaqi lakkii oromoo baa’aaf dhi’aa walitti dhaamii Amantiif kutaan Wal hin qoqqoodinii biyya so dhuunfatte alagaan” jechuun weellisee qeerroon oromoo akka ka’ee of yaadatee dhagaan daangaa isaa eegsisuuf nama gahee olaanaa taphataa turedha.

barattii sanatti artist kana namni arge akka qarshiin miliyoonaan kaffalamuuf imamaa ture sababnisaa isumaan qofa biyyoo nyaachisuuf jechuudha. artist caalaa Bultumee haaluma kanaan osoo uummatasaa faarsuufii leellisuu bara mootummaan ce’umsaa “abiy Ahmed” gara aangotti dhufan gara biyya hambaa gara Ethiopia deebi’uun Saba isaarraa faffagaataa fagaataa turuun Saba isaa jaalala guddaa irraa qaburraa jibbaaf qeeqqii keessummeessuu kan eegale waggaa lama xummuruuf jira.

artist kun Amma garuu gochi inni gama Facebook page isaan agarsiisaa jiru kan uummata oromoo gammachiisuufii xiinxala gara sabasaa deebi’uun argisiisaa jiraachuu nama yaadachiisudha. maarree mucaan qaxaleen sabasaan jaalatamummaa akkasii qabu kun sabichaan jibbamee hafuunsaa akkam nama gaddisiisa turee? garuu Amma galata uumaa gara sabaa deebi’uunsaa nama gammachiisa. haacaaluu hundeessaas yeroo lubbuun jiru interview irratti akkana jedhe” nama lubbuun jiru faarsunis jibbuunis namatti ulfaata, sababnisaa namni lubbuun jiru seenaa xuraa’e sirreessus, akkasumas seenaa sirrii ta’e xureessus dandaa’a waan ta’eef” akkuma jedhe Sana dubbiin nuuf yaa taatu !

G A L A T O O M A A !



Artist Caalaa Bultumee has apologized to the public. artist caalan is an artist who gave his life for his nation without any fear during the times when the great pressures of the TPLF authorities were being exerted on our nation. The artist sang the revolutionary song “Wake up no Oromo east and west tell each other for religion Do not divide the country so occupied by foreigners” to stop the “Master plan” ‘e self-reflective stone was a man who played a major role in protecting his borders. at that time anyone who saw the artist was being imamed to be paid millions of dollars because he was the only one to feed the dust. artist caalaa Bultumee accordingly while praising and advocating his people during the transitional government of “abiy Ahmed” came to power returned to the country of heritage to Ethiopia and stayed away from his people and started hosting hatred and criticism from his people he loved so much. The artist Now, however, the actions he is showing them on his Facebook page are reminiscent of the people of Oman and he is showing analysis back to his people. how sad it was that this talented boy who was so popular with his people was hated by them? but Now it is gratifying that the praise of the Creator has returned to the nation. Hachalu Hundessa said in an interview when he was alive” it is hard to praise or hate a living person, because a living person can correct a dirty history, and also tarnish the right history” as he said Let the matter be for us !
Thank you !

Related Posts

5 thoughts on “Caalaa Bultumee Dhiifama jedhe !

  1. Kaleessa akka ati sabaa kanaaf Aarsaa tatee namni dagaattu hin jiru garuu immoo waan tokkon siif kaasa caalaa jechoota Achaaluu kee
    *Nama lubbun jiru farsuunis ta’ee Abaruun hin danda’uu jedhe haceen sababiin isa immoo sirratti argineerra
    *namni lubbun jiruu seenaa hojjachus baleessus ni danda’aa jedhee isa immoo karaa keetin arginnerra gudda galatooma!
    Nutti jaalaalas tahee jibbisa ni beekna kanaaf ati hayyoota keenya jechoota onnee isanii cabsuu waan itti baasteef yoo dandeesse karaa youtube ijoollee oromoo tahan tokko video dhiifamaa ittin gaaffatu hojjadhuf
    #Tokko ummata kan dhiifamaa jettan
    #Lammaffa Abba channel sana nii guddista
    Akka siif dhisaan Abdi kooti garuu waanti beekuu qabnu yeroo kamu yoo tahee namni kamu ummata kanaan boruun dhiifamaa gaaffadha jedhe jechoota summa’oo baasuun gaarii natti hin fakkattu
    Galatooma! Bakka nagaa olaa dilbataa gaarii qabadhaa
    Yoon qubee dogoggorree dhiifamaa guddaa sin gaaffadha!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Please turn on your VPN to continue browsing securely.