App suura qulqullina qabu nuuf kaasu tolaan !

Shamarran oromoos ta’ee shamarran hedduun suurri isaan kaa’an qulqullinasaa ilaaltee si awwatee eessatti kaate laata,maalin kaate laata,yookanimmoo eenyutu kaase laata jettee yaaduu dandeessa.

garuu app ajaa’ibaa isaan itti gargaaramuun qulqullina akkana fakkaatun kaa’an tokkoonan wal isin barsiisuu barbaada maqaan app kanaa “pro shot” yoo jedhamu play store irraa tolaan gad hin buufamu ykn kaffaltii barbaada jechuudha.

animmoo app kana tolaan akka gad buufattaniifan isiniif qopheessee dhufe. application kanatti dhugumaan gargaramnaan video ajaa’ibaa fi suuraa ajaa’ibaa argattu.

matumaa app camera Kan biraa filannoo keessan hin godhattan jechuudha. maarree link app kanaa dhuma barruu kanarra isiniif kaa’ee waanan jiruuf achirraa buufadhaa isiniin jedha.

The quality of the pictures they post will make you wonder where they took it, what they took it, or who took it.

but I want to introduce you to an amazing app they use to put it in such a similar quality.

I have prepared this app for you to download for free. If you really use this application, you will get amazing videos and amazing photos.

never app camera Another means you will not make your choice. please download the link of this app at the end of this article.

Download Godhachuuf link 👇👇👇

https://moddroid.co/apps/photography/proshot/download/

Related Posts

One thought on “App suura qulqullina qabu nuuf kaasu tolaan !

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Please turn on your VPN to continue browsing securely.